Oduu Haaraya

Raadiyyon garee sobduu ODF ofiin jettu maal jedha laataa, dhuguma Oromoof dhaabbattee laataa? Moo si goowwmsuu fii…

Yeroo ilmaan Oromoo, daa’imni, dhalaan fii manguddoon biyya amba keessatti akka beeyladaatti daandiirrratti ajjeefamaa jiru raadiyoon kijiba kan gareen ODF ofiin jettu  waayee dhimma dararaa baqattoota Oromoo kan biyya Saa’uudii keessatti amma mudachaa jiru kana maqaa kaasuun hafee ilmaan Oromoo kan biyyaa rahaa keessa jiran gowwmsuuf xeebu caqasi!!

 

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …

One comment

  1. akka walaala hin dubbatiin.