OromoProtests this was Abbas Abdulrahman, a worker of water services at Masala town. He was shot in the mouth this morning. He died on the way to Chiro Hospital. You can read determination and hope in his eyes even while dying!! May he join our martyrs in heaven.
=============
Kun Abbaas Abdulrahmaan hojjataa waajjira bishaanii Masalaa kan ture, har’a ganam rasaasaan afaan keessa dhayan. osoo kara hospitaala Ciroo geessanii lubbuun dabarte. Murannoofi abdii osoo du’aa jiruu ija isaa irra mul’attu laalaa.
Check Also
Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira
Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …