Oduu Haaraya
baqattoota oromoo keeniyaa1

Rakkoo Baqattoota Oromoo keeniyaa keessatti

 

Mootummaan wayyaanee umurii angoo isaa dheereefachuf fedhii guddaa irrraa kan maddee walii hidhata siyaasa mootummoota olaa waliin qabu bayyee cimaa dha.
Ilmaan oromoo hidha,ajjeechaa,dararaa adda addaa dhala namaf hin malee mootummaa wayyaaneetin irraa gahaa jiru baqatani biyyaa olaa seenaan illee rakkoon biyyaa keessati isaan mudate kun biyyaa ambaa keessatis irraa hafuu hin dandeenye.
lammiiwwaan oromoo hedduun gaaga’ama biyyaa keessati isaan irraa gahaa jiru humnaa isaani ol ta’e Keeniyaati baqatan gabroomfatan harkaa isaa dheereefate akkuma baratteeti biyyaa nama keessatis dararuun,ukkaamsee gara dabarsun,gudeeduu fi ajjeesuu isaa itti fufee jira .
oromoota rokkoo kanaaf saaxilaman maqaa isaani Link as jalati maxxanfame kana jira laalu dandeesu.
Guyyaa tun hin nummaa dabarti akkanati hin haftu obsii yaa lammii koo!

https://www.dropbox.com/s/…/Oromoo%20in%20East%20Africa.xls…

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …