Check Also
Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …
Abboo fayyaa tahi; jiraadhu. Yohannes Lata Lammeessaa nu gurguratuu deema. Namuu waan kana beekuu qaba.
Oddu odessun salphadha. Kan ta’e jeetu irra hin attii oddesitu iyyuu diigama oromo male jalala oromo gidutti hinfiduu. Yoo qabsaa taate dhaqi qeerroo wlain qabasai oddu dhisitti
Seenaa beektu hunda duubaa kaasii uummataaf ibsi. Kan hanga ammaa dubbatte bareeda ta’us Ibsa kee keessatti gaaffiin baayyeen deebii malee hafaniiru. Wanti irraa hambistu hin jiraatin. Eenyuu sayibban Dr. Bagaashawu? Israa’eel eenyuun faa leenjiste? maalif isra’el waa’ee kana keessa galte? Amaarri nurraa nyaachufi nuun saboota hafan qabatee akka duriitti seenaa akaakayyuufi abaabilee deebisuuf halkanii guyyaa hojjetu. keenya maalif kan jaallan Oromiyaa Walaboomte uumuf qabsoo irratti kufan galmaan gahuuf hin hojjenne?