Oduu Haaraya

Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa

Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa
Badee xifaa akkan taane dhiignni goota maraa
Seenaa gootota kheenyaa dhiigaan barreeysinaa
Akka maqaan jiraatu barumarraan baraa
Dahaama hayyoota kheenyaa hnujiirra oolchinaa
Akka badiin hin dhaalle ni qapsiifnna kharaa
Beeyttuu kharaa hiixuu kufii kha\’ii qabaa
Imalttuuniis dheerttuu amniniis jajjanaa
Guyyuma guyyaaraan wareega cimsinee
Conqurssaaf galaafnna qapsoo finiinsinee
Duula gam bariitiin gadi taa\’a dhootkinee
Galggal waarii duullee gadi ciisa waakzame
Qaama isaa shikhifii qalbbii isaa shilimii
Hattaqnna sal goonee shoorarkkaa itti shidnnee
Dachatti deeffanna biiluu lolaan wareersinww
Galchina diina boorre salphina baachifnnee
Dachatti deefanna biiluu

Check Also

usmaayyoo muussaa

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. …