Sadaasa 20,2014 Sagalee Diddaa Gootota Qeerroo,Barattoota Oromoo Yuuniversiitii Wallaggaa | Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya

Sadaasa 20,2014 Sagalee Diddaa Gootota Qeerroo,Barattoota Oromoo Yuuniversiitii Wallaggaa

10820929 818182731566358 818181178233180 7794 518 b

Sochiin Warraqsaa FDG Sadaasa 20,2014 galgala har’aa Mooraa Yuunibarsiitii Wallaggaa keessatti gootota barattoota Oromootiin qabsiifame hanga halkan keessa sa”aa 4:00tti waraana Wayyaanee humnaan mooraa barattoota seenee jiru waliin wal dura dhaabbachuun itti fufe, goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Wallaggaa wallee warraaqsaa dhageesisuun diina dura dhaabbachuun mooraa keessa waraana waliin wal kaachisaa ykn arihaa jiraachuu Qeerroon Gabaasa.

Check Also

sinodoosii haaraya

Sinoodsii haaraa hundeeyfamerratti duulli maqaa balleessiin adda addaa baname.

Gareewwan mana amantaa ijaaruun olaantummaa paartii tokkoo kabachiisuu barbaadan abbootii Sinoodsii haaraa hundeessan irratti duula