Sagantaan dorgommii Qur'aanaa magaalaa Finfinnee | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee

Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti.

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa Staadiyeemii Magaalaa Finfinnee haala gaariin itti fufaa jira.

Check Also

sheek hajjii Copia di NXPowerLite

Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu!