Oduu Haaraya

Samiin doolaara roobde

 

Imaltoonni makiinaa daandii guddaa
Maryland, Amerika yeroo tasa xalayaan
doolaaraa dhugatti samii keessaa gad roobu argan
ija saanii amanuu dadhaban.

Imaaltoonni daandii gubbaa jiru marti
bakkuma jiranitti konkolaataa saanii dhaabuun
doolaara samiirra roobu adamusuu jalqabuudhaan
daandii girgirsan jedha AP

Haatahuu malee doolaarri samiirraa konkolaatootarratti
roobe kun kanna rabbi biraa osoo hin, konkolaataa maallaqa fe’ee deemu
balballi isaa ta gara duuba cabuudhaan korjoon maallaqaa cittee doolara qilleensatti kannite tahuu
poolisni Maryland ibse..

 

Guutuu waan kanaa dubbisuuf as tuqaa

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …