Oduu Haaraya

Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filaman

Yaa’ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa Lammaffaa har’a geggeeffamaa jiruun, sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru.

Gumiin dhimma Islaamaa Federaala Toophiyaa guyyaa har’aa filannoo waggoota 3een dhufuuf muslimoota hogganu filate.

1 Shek Hajjii Ibraahim tuufa dura ta’aa

2 Shek Abdulkariim Badraddiin itti aanaa

3 Shek Abdul Aziiz itti aanaa 2ffaa

4 Shek Hamiid Muusaa barreeysaa tahuudhaan filannoon xumurame

Check Also

abuna sawiroos

Gaaffilee bu’uraa ummata Oromoo fii Sabaaf Sa-blammoota Ortoodoksii

1. Abboota Afaan, aadaafi Safuu ummata keenyaa beekaniin yaa tajaajilamnu 2. Durii Kaasee Manni Kiristaanaa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *