
—————————–
Guyyaa boruu awwaalcha dargaggoo Abdujjabbaar Mahammad Ussoo irratti hundi keenya argamuudhaan gadda keenya ibsachaa awwaalcha goota kanaa geggeessuu qabna. Kanaaf qeerroon kenya boru ganama Awwaalcha dargaggoo wareegamee kana irratti ganamaan argamuudhaan sirna awwaalchaa gootummaadhaan haa geggeessinu.”