Aawwadaay | Oromia Shall be Free

Tag Archives: Aawwadaay

Godina Harargee Bahaa magaala Awwadaayitti walgahii galgala kana gaggeeffamterratti qaadhimamtoota filannoo boruu jadhamee warri beekkame

1. Sheek Qamar ka gaafa dargii masjiida biiroo godhaate biiroo sheek qamar ja’aniin  soomana qaalii mootummaa godhuun waajiba jadhee biyya fursiisee ture 2. Yuusuuf Qoophe …

Read More »