Oduu Haaraya

Godina Harargee Bahaa magaala Awwadaayitti walgahii galgala kana gaggeeffamterratti qaadhimamtoota filannoo boruu jadhamee warri beekkame

1. Sheek Qamar ka gaafa dargii masjiida biiroo godhaate biiroo sheek qamar ja’aniin  soomana qaalii mootummaa godhuun waajiba jadhee biyya fursiisee ture

2. Yuusuuf Qoophe ka yoggaa sheekkan Suufiyyaan dubbatu radiyallaahu anhu jadhu nama toohiida jibbuu keessatti fakkii hin qabne

3. Ahmad Haaruun ka koorsii ahbaashaa hunda hirmaatee ahbaash akka gaaritti fudhate

4. Muktaar Karroo kan amata kudha shan dura ahbaashummaa fudhatee kitaaba ahbaash qabaatuun kan masjiida tokkolletti jama’aa hin salaanne

5. sheek Bakrii imaama hadraa Suutee

6. Mahammad Aliyyii inbaasii hadraa sheek Mahammad Saalih isaan kanaafii warreen biraa ka waan afaan kaayan numa liqimsuu malee warreen waa takka hin dubbanne

Check Also

alaabaa

Oromia Liberation Struggle: A Step Forward or Backward? Which way is it?

August 18, 2023 Kurfeessaa Sararoo    The Oromo people have been struggling against the Abyssinian for …