#OromoProtests, Kofalee yeroo ammaa
#OromoProtests, Dodolaa hanga Waabeetti guutanii deemaa jiru
#Oromoprotest, kibba lixaa magaalaa Walisoo
#OromoProtests; Arsi University, Staff of Asalla Teaching and Referral Hospital.
Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera.
(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti geggeeffateen ta’uus labseera. Gareen ABO …
Read More »Qube Afaan Oromoo (oromo language) and Ethiopian government discouragement.
Qube Afaan Oromoo (oromo language) and Ethiopian government discouragement. Gezahegn Lemma Fituma/ feb 28 There have been times in history where language was culturally superior, …
Read More »