Nuti, miseensonni Kora Bu’uressaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO) sochii politikaa Oromoo haaraya dhugoomsuu keenya labsina. Sochiin haarayni kunis, kan haqa Oromoo fi saboota Itophiyaa maraaf falmu ta’a. …
Read More »![odf](https://bilisummaa.com/storage/2013/04/odf-652x330.jpg)
Radion Marii tamsaasa isaa ammaa kana keessatti Walgahii ODF Washington DC keessatti hawaasa Oromoo waliin gaggeesse qabatee dhihaatera. Walgahiin ODF DC keessatti gaggeesse kun gaaffilee …
Read More »