Oduu Haaraya

Radio Marii: Walgahii ODF DCti gaggeeffate irratti

Radion Marii tamsaasa isaa ammaa kana keessatti Walgahii ODF Washington DC keessatti hawaasa Oromoo waliin gaggeesse qabatee dhihaatera. Walgahiin ODF DC keessatti gaggeesse kun gaaffilee hawwaasni Oromoo waa\’ee ODF irratti qaban irratti maree bal\’aa kan gaggeessee dha. Liinkii armaan gadii irraa caqasaa.

 

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …

One comment

  1. Gootaa Qabsoo Oromoo firii ittii godhee kanaa salphisuun Salphina