Korri hawaasa Oromoo Suweedin 14ffaan milkiin xumurame April 8, 2015 Comments Off on Korri hawaasa Oromoo Suweedin 14ffaan milkiin xumurame [rev_slider hos] Korri hawaasa Oromoo Suweedin 14ffaa magaalaa muummitti biyya Suweedin ta lammaffaatti”Goteborgtti” tahe kun yeroo jalqabaatiif ilmaan Oromoo boyyoota Awroppaa gara garaarraa hirmaachuusuun lammii … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest
Walgahiin yaadannoo guyyaa WBO fi ayyaana bara haarya 2015 magaalaa Skara Swedinitti Konyaa Ayyaantuu Dagaan qophooyte Amajjii 3, 2015 gaggeefamte. January 13, 2015 Comments Off on Walgahiin yaadannoo guyyaa WBO fi ayyaana bara haarya 2015 magaalaa Skara Swedinitti Konyaa Ayyaantuu Dagaan qophooyte Amajjii 3, 2015 gaggeefamte. Tartiiba sagantaa qophii tanaa hordafuun J/Ibsaa Caffee barreessaan KHR walgahii akka banuuf D/T KHR Konyaa J/Abdalla Abdi gara waltajjiitti afeere. J/Abdallaaniis hirmaatoota walgahii baga nagayaan … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest