hiriira | Oromia Shall be Free
Oduu Haaraya

Tag Archives: hiriira

‪#‎OromoProtests‬, Hospitaala Hiwoot faana Harar keessatti tajaajiltoonni fayyaa doktoroonni fi narsoonni wal gayuun mormii isaani gaggeessaa jiran

‪#‎OromoProtests‬,  yeroo ammaa kana hospitaala Hiwoot faana Harar keessatti tajaajiltoonni fayyaa doktoroonni narsoonni wal gahuun mormii isaani gaggeessaa jirani kunoo daawwadhaa

Read More »

‪#‎OromooProtests‬ Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)

  Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …

Read More »