
Labsa Kora Bu’ureessaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO)
Nuti, miseensonni Kora Bu’uressaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO) sochii politikaa Oromoo haaraya dhugoomsuu keenya labsina. Sochiin haarayni kunis, kan haqa Oromoo fi saboota Itophiyaa maraaf falmu ta’a. …
Read More »