Oduu Haaraya

SBS: Mootummaan “busy” waan ta’eef nu waliin haasaäuu hin dandeenye

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

2 comments

  1. Qaanii toko mallee Leenco Baatii guya adii kijiba. Maal gurbaan kun maal ta’e? Tigiroon “busy” waan ta’aniif, namoota biya ambaa Norway irraa dhufan simachuuf yerroo waan hinqabtinif “busy” taanaan Norway tii debine.

    Maal Rabii maal nuti erge barana?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *