Oduu Haaraya

Tag Archives: OLP

filannoo

Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti dorgomuuf jedhan kudhan keessaa sagal beekamtii guutuu ta’e argatanii jiru.

Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji’oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti …

Read More »