
Grand #OromoProtests Damota, Haramaya district, East Hararge
Grand #OromoProtests farmers arriving in Dadar, East Hararge
Muslimoota Magaalaa Hararitti badii malee hidhaman irratti guyyaa Arraa caamsaa 28 ragooleen dharaa Mana Murtiitti dhihaatanii kijibuun Isaanii dhagayame.
Magaalaa Harar Adaree Biyyootti Muslimoonni badii malee mana hidhaatti ugguramani mana murtii dhihaataa akka jiran ni yaadatama. Guyyaa Arraa Mana murtiitti Ragaa cubbuutiif warreen mootummaan …
Read More »