Humni marsaaleen hawaasaatiifi mobaaylii qabu mootummaa abba irree shoorarkeessaa jira. Guyyaa har’aa walgahii qondaalota ol’aanaa magaala Adaamaa keessati geggeeffameerratti Prizidan Muktar Kadir dabalatee nam tokkollee bilbila qabatee akka hin seenne godhan.
Check Also
Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..
Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …