Oduu Haaraya

TVOMT- Sirna Yaadannoo (Memorial Service for) Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa P

Sirna yaadannoo kanarrati Oromoonni Toronto fii Naannoo Toronto argamuudhan gadda isaaniti dhagayamee fii QBO tan inni jiruu isaa guutu wareegama qaqqaalii itti kafale tana akka furldura tarkaanfachiisan waliif galani.

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Hayyuu fii gameessi Oromoo gara aakiraa deeman

INNAA LILAAHII WA’iiNAA ILEEYHII RAAJI’UUN PROF Mahdii Hamiid Muudee (Abbaan Gaazexaa Bariisaa) Hayyuun Oromoo guddaan …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *