Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa turte, wareegama qaqqaalii gaafatus , …
Read More »Afeerraa Walgahii Hatattamaa Tokkummaa humnoota bilisummaa Oromiyaa ULFO irraa dhihaate.
27/02/2015 060/01//2015 Gara Oromiyaa midea Netwok Dhaabbiilee siyaasaa kan bilisummaafii walabummaa Oromiyaa tiif qabsaawaniif. -Gootota Qeerroo dargaggootaa,Kan bilisummaa fii Dimocracy, …
Read More »Labsa Tokkoomuu ABO fi KY – ABO
Yeroo ammaa haalli hamaan ummanni keenya biyya isaa Oromiyaa keessatti mudachaa jiru himamee kan hin dhumne tahuus haala sukaneessa akka tahe beekamaa dha. Ummanni Oromoo …
Read More »Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.
….kutaa sadaffaaf xumuraa. Mata duree kana jalatti bareefama kutaa lamaan qoodee dhiyeessuu kiyya ni yaadatama. Kutaa lammaffaa jalatti rakkoolee danqaa nutti tahan keessaa sadan …
Read More »Kutaa3ffaa: Siyaasa gantummaa fi gartummaa to`achuun tokkummaa moraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) dhugoomsa
Zakaariyaas Mulataa fi Malkamuu Jaatee Caamsaa 2013, Oromiyaa 2.3. Siyaasaan gartummaa jireenya diinaa dheeressa Sababii hojii QBO qindoominaan hogganuuf hin milkaawinif, bekaas ta`e …
Read More »Kutaa 2ffaa: Siyaasa gantummaa fi gartummaa to`achuun tokkummaa moraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) dhugoomsa
Tokkummaan Oromummaa kan bilisummaa dhaaf ijaaramu, tokkummaa sobaa ta’uu hin danda’u
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta’uu dhaaf; yoo danda’ame sirumaa dhabamsiisuu dhaaf, diinni keenya …
Read More »Walabummaa dura fi walabummaa booda
Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu? Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti marii oo’aan waan godhamaa jiru …
Read More »Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa: Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo? Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa – Qormaata guddaa bara haarayaa – jedhee …
Read More »