VOA G/D jiraataa Mayyuu Mulluqqee wajjiin haala yeroo ammaa achiti deemaa jiru irraatti taasise -

VOA G/D jiraataa Mayyuu Mulluqqee wajjiin haala yeroo ammaa achiti deemaa jiru irraatti taasise

Balaan duguuginsa shanyii wayyaaneen oromoota baha oromiyaa ona Anniyyaa Mayyuu Mulluqqee fii Qumbii irrati raawachaa jirtu itti fufee jira. Linkii armaan gadii kana dhageefadhaa. Gara marsaa keessani maxxansaa.

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Hoggansa fi Miseensa ABO Biyya Hambaa: Fira moo diina QBO ti?

Hubataa Dubbii tiin=====================================================Hoggansi fi miseensotni ABO biyya hambaa jiraatan tokko-tokko, hojiin isaan guyya-guyyaattiraawwatan, diina dhaabichaa …

Leave a Reply

Your email address will not be published.