Oduu Haaraya

WAAMICHA WALGAHII MISEENSOTA „WALDAA HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE)” e.V. (Inc.)

Frankfurt am Main, Fulbaana (September) 10, 2015

 

Kabajammo Ilmaan Oromoo Ardii Awuroopaa kessatti argamtan maraaf,

Walgahiin miseensoota WHOA/OCAE e.V. (Inc.) yeroo lamaffaatif magaalaa

„Frankfurt am Main/Bornheim (Arnsburger Straße 24, 60385 Frankfurt am Main)”

jedhamu keessatti guyyaa gaafa Onkololeesa (October) 04, 2015 qophaa’ee jira.

Walghii kana irraatti akka hirmaattaan kabajaan isin afeerra.

Guyyaa walgahii/ Date of meeting: Onkololeesa (October) 04, 2015

Sa’aatii walgahii/ Time of meeting: 12:30 WB (PM) ‐ 18:00 WB (PM)

Bakka walgahii/ Place of meeting: SAALBAU Bornheime

Geejiba/ Transport: Vom Hauptbahnhof mit der U-Bahnlinie U4 bis zur U4-

Haltestelle „Höhenstraße“, 5 Minuten zu Fuß

From the central train station (Hauptbahnhof) take the

underground U4 to the underground station

“Höhenstraße”, 5 minutes on feet

Namoota Koree Hojii Raawwachiiftuu irra odeeffannoo (information) dabalataa

feetanif lakkoofsa bilbila (telefoona) kanatti bilbilsaa:

lakko.bil.: +49(0)17653498098

+49(0)15210106906

+49(0)15210531811

Galatoomaa,

Koree Hojii Raawwachiiftuu (KHR)

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …