Adeemsa hojii TBOJ fi haala qabsoo bilisummaa Oromoo irratti mariyachuuf koree hojii geggsituun gaafa Waxabajjii 22 (sanbata duraa) bara 2013 waaree boda saatii 14 :00tti magalaa NureenBerg kessatti waligayii miseensotaa egaluf qindaawera. Waligayiicha irratti bakka bu`onnii Adda Bilisummaa Oromoo argamuun ibsas ni kennu.
Kanaafu miseensoti damilee TBOJ martinuu akka sagantaa waligayii irratti yeroon argamtaniif kabajaan isiin aferra.
Qunnamtii: Odeefannoo dabalataan argatuuf
015210536858 fi tboj.uosg@gmail.com
Injifatnoon ummata Oromoof!
Koree hojii geggesitu TBOJ
Waxabajjii 14 bara 2013
Check Also
Abaaramaan akkatti dhiiga dhuga
Dhiigni lammii summii sitti haa ta’u! Magaalaa Aawwadaay, Gochaa suukanneessaa abbaan irree ummata Oromoorratti raawwataa …