Oduu Haaraya

WALDAN AMANTOTA AFAAN OROMOO FINFINE GUBATE.

Guyya hara Sambata gudda galgala 7/2 /2016 .WALDAN AMANTOTA GUUTU WANGEELA AFAN OROMO FINFINE NAANNO CMC HUMNOTA JIBBEENSA AFAAN OROMO QABANIN GUBATE. Waldan guutu wangela kun magala finfine naanno cmc jedhamutti argama. Cmc naanno kotobeti dhihodha .akkasumas naanno yuniveristi sivil servisitti .baratota oromoo kotobe yuveristii,Ethio China collage fi yunveristi siviil servis baratan akka maatiiti gargara ture kan waaqefatan afaan oromon waan ta’ëf yeroo adda addatti humnota nafxanyan dhaka itti darbatama ture .kuno har’a immo ibidan barbada’e jira . Sababiin isaa haga amma bekkamuu batuulee ,Sababii gubachun isaa waan lamaa iraa hin fagaatuu .

1 humnota nafxanya afaan oromoo jibaanssa qabuu ta’uu mala

(2 )Siyaasa wayyane ta’uu mala ,maliif Oromootaa fi abashaa walii bussuf takkayu .Oromoo addan qoodhuf karoorfatuu mala Amantaa wara muslima godhe jechuun Oromootaa walii buussuf karoorfachu mala kanafu.Haqaani Waqni abba mana.kana ha bassu .

img 1826 Injiffaanoo Ummata Oromoof

Check Also

horroo guduruu230614

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa …