Oduu Haaraya

“Warra yeroo dheeraaf itti gaafatamara hin jirreetu oduu kana facaasaa jira”

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

2 comments

  1. Yaa Oromoo jabaan nukessaan inuma dhalataa garuu akka ammoo hin guddane diina dura numatuu ufuma kessaa buqisaa kana akka miti hubanna J/Kamaal silaa jabamaa garuu dinni inni biraa dhufe waan fayyaa dhabeef halkaniif guyyaa irrati hojatee warumma isa hojjiin hojatu irrati bitee barraa meeqa rakisaa jira mee amma warri ODF hojjiin diina sosobatee galuu barbaadu maaliif waan hin taane bareesee maxansa ammas afaaniinis odeesanii kana magani jechuma woyya

  2. Gantuu fi Galteen Bakka hin Qabdu

    HATTUU DURSITEE HATTUU NAMAAN JATTI GANDUMMAA FI GOSUMMAA KAN NUTTI FIDE KAN DURAA Dr NUROO DADAFOO fi QASIMA Abbaa Nashati kan OROMO Gandaan Gosaan addan Diigan Isaanumaatti Himi Malee B/G Kemal Gelchuu kana hin Qabu Ammas Gusummaa Gandummaati hin Amanu Warri Gosummaa fi Gandummaa Lalisu ammas Garee fi Gosaan wal Jaaranii akka Saree Malaateti Olii gad fifiiga jiru Jaruma Nagada Siyaasa Baratee Gantoota Fi Hatoota Garuu OROMO Issinnitti Barte Jannaan

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *