Oduu Haaraya

Weera har’a Liyyu Poolisiin Wayyaanee Mi’eessotti banteen ilmaan Oromoo daangaa biyyaa tiiksuuf dirmatanii wareegaman nama saddeet gahanii jiran.

Isaanis:

mieessoo20171 mieessoo20172

1) Maammee Huseen
2) Yaassin Yuusufaa yaasiin yuusufaa
3) Haaji Ahmadoo Badhaasoo
4) Alii Shunaa
5) Usmaan Muummee Baadhasoo
6) Ahmad Uttoo
7) Musxafaa Abdi
8) Ammee Alii Iloo

Rabbi jannatatti wareegamtoota isaan dura dabranitti haa maku. maatiifi firoottan isaanii akkasumas ummata Mi’eessoof jajjabina hawwiina. Gumaa isaanii baafachuun itti fufa!!

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …