Oduu Haaraya

Yunivarsitiin Wallaggaa akkuma amala isaa barattota Oromoo ari’uu eegalee jira.

Osoo barattoota Oromoo ar’uun qabsoo bilisummaa dhaamsee silaa baroota amma duraati milkaayan. Hin taatu. Pirazidantii yunivarsitii Wallaggaa Fiqaaduu Bayyaana seenaafi ummanni Oromoos isa gaafachuuf taa’a. guyyaan sunis fagoo miti!

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …