Qabeenya Wayyaanee kan ta’e Selam Bus hin yaabbatinaa. Daandilee dhiigni ilmaan Oromoo irratti gadi naqamaa jirurra konkolaatee maallaqa Oromoorraa guurun dhaabbachuu qaba. Karaas hin dabarsinaa garuu warra ofuufi yaabbatee jiru akkana jettanii akka hin tuqne.