Mormiin Oromoon kaase har’as itti fufee jira jiraattota baadiyyaa hirmaachisaa jira. Suuraa kanaratti kan agartan mormii atileetonni ganda qonaan bulaa Gujee Gafarsaa kan naannoo Burraayyuutti godhaniidha.

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …