“Oromo people demonistrate in front of the Arab League against violations by the Ethiopian government against them, demanding the Arab League and the African peoples to intervene and the District of Ethiopian government economically”
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …
Oromoon Biyya Jiru hundatti of mul`isuu Anbatti of beysisuun dirqama lammummaa waan taheef Oromonni Biyya Masrii jiraatan waan kanarratti hedduu dirqama guddaa raawwachaa jiran keysaa akka fakkenyaatti Oromia Media Net werk (OMN ) Bu`aa hiriira baqattota Oromo Cairo tahuun isaa wal nama hin gaafachiisu , Dursa Ani Oromodha jechii ja`u kuni iddoon inni irraa burqee hiriira baqataa oromo magaalaa cairoti , kanaaf dhihoo kanallee TV biyya masrii irratti rakko U/Oromofii biyyaa oromo ibsuun isaanii heddu nama bonssa itti jabaadha Ni Bilisomna