Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ Shira lukkeelee Wayyaanee kana ilaalaa.

Bakka biraattis waan akkanaa yaalun isii waan hin oolleef of eeggannoon guddaan haa godhamu
“Harka fuune Jawaar keenya Guyyaa kaleessaa 27/12/2015 Godina Arsii Aanaa Muunessaatti Qur’aana ciranii magaalaa Qarsaa keessatti gatan ammas har’a guy. 28 ciramee magaalaa keessatti argame ummanni dallansuun ka’ee qorannoo osoo geggeessan gara sa’atii 7tti mucaa tokko harkatti qur’aanni cirame qabame mucaan kun ilma poolisiiti, waan nama ajaa’ibu OPDOn oso wanti kun hin raawwatamin guyya 3 dura dhageenye jedhu nama shoorarkeessaa tokkotu Asallaa irraa dhufee kana dalaguu heda jedhanii nutti himan jedhu jarri akka barataan waa hin dubbanne guyya nuti hiriira baana jennee qophoofne p.federaalaa manaa bahuu nu dhoorkanii barnoota torbaan 2fi cufan amma sodaa isaanii karaa kanatti dabsuuf shira kana xaxaa jiru”

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …