#OromoProtests this is Haji Buzuneh, an 8th grade student who was shot and injured by Agazi soldiers in Chopha village, Munessa District, Arsi today March 17, 2016. He is currently being treated at Asella Hospital.
===========
Godina Arsii baha Aana Muunessa ganda Cophaa jedhamu keessatti barattoota fi hawaasni gandichaa osoo mormii isaanii karaa nagayan dhageesifatan irrati waraanni mootumma dhukaasa banee barataa kutaa 8ffa Hajjii Buzunaa jedhamu 17/3/2016 rasaasaan rukutame Hospitaala Asallatti yaalama jira
Check Also
Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …