Oduu Haaraya

Gurbaan Suuraasaa Armaan gaditti Argitan kun Baqataa Oromoo..

BIYTI AMBBAA TA’AMBBAATII…!!

Gurbaan Suuraasaa Armaan gaditti Argitan kun Baqataa Oromoo,
maqaan isaa: HUSSEN ABDUNAASIR SUFYAAN,
umriin isaa: amata 20,
iddoon dhalootaa: Dadar hararggee Bahaa,
Kantahe Roorroo Diinaa Jalaa Dheesuuf Jecha Gara Biyya YAMAN, Nagaya Barbaada Seene Booda Shiftoota Biyya Yamaniin Rasaasaan Lafee Duydaa Keesa Dhukhaasamuudhaan Qaamnisaa Mudhii Gadiin Laamshaawee Jira!
Xalayaa Baqattummaa(mandet) Qabaachuu dhabuun Waajjirri UNHCR tajaajila Wal’aansaa Kannuufii Waan Diddeef, Rakkina Guddaa Keesa Jira!
kanaaf Hawaasni Oromoo Kan Biyya Ambbaa Keesa Jirtan Hundinuu Akka ilma Oromoo Kana Akka Tajaajila Fayyaa Argatu’rratti Gargaarttan Khabajaan Isin Gaafanna!!

GALATOOMAA,,

Waajjira KOMINIITII-Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman,

Odeefannoon,
bil: 00967712715434-
00967734212375

Check Also

qeesoota habashaa1

Why the Ethiopian Orthodox Church should rectify historical injustice

By ABBAA BIYYAA  Leaders of the Ethiopian Orthodox Tewahedo Church (EOTC) on Wednesday agreed to end a …