Oduu Haaraya

Tag Archives: tokkummaa

Ummata Oromootu hooggantoota dhaabbilee siyaasaa akka tokkooman  kadhachuu qabamoo, hooggantoota dhaabbilee siyaasaa Oromootu tokkummaaf ummata Oromoo kadhachuu qaba?

  Tokkummaan Oromoo hunda dursu akka qabuu fi daandiin qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu danda’u tokkummaa Oromoo jabeessuu duwwaa akka ta’e  beektotti Oromoo waggaa dheeraaf …

Read More »
tbo jerman

Gabaasa Kabajaa Ayyaana Waggaa 50ffaa Waldaa Meccaa-Tuulamaa fi Ayyaana Irrecha Magaala Nürnberg biyyaa Jarmaniitti kabjame

Onkoloolessa 19, 2014 Ayyaana Irrechaa yeroo jalqabaaf gaafa 18.10.2014tti  Magaala Nürnbergtti  kan Kabajame ole yemmu ta’u Seena Ayyaanicha maal akka ta‘e fi akkasumas Ayyaanni kuni …

Read More »