Oduu Haaraya

Dirmammuun Oromorraa geesse Wayyaanerras gahuu qabdi

‪#‎OromoProtests‬ Olola fakkeessaa Master Pilani ni dhaabna nagayas ni buufnaan OPDO yeroo oofamaa jiru kanatti Wayyaaneen Oromoota ganda gandatti fixuu daranuu cimsitee deemaa jirti. Erguma labsiin OPDO bahee asiiyyuu yoo xiqqaate ilmaan Oromoo 21 ajjeefamanii, dhibbatamaan madayanii, kumaatamaan hidhamaa jiran.

Hireen ummanni Oromoo qabu lama. Tokko haga saroonni Wayyaaneen ganda gandatti isa fixxuu taa’ee ofirratti eeguu. Kan lammataa bifa haarayaan tokkummaadhaan qabsoo finiinsee waloon duula ajjeechaa kana ofirraa ittisuudha. Marsaa kana dirmammuun Oromorraa geesse Wayyaanerras gahuu qabdi. Oromoon biyyeerra isaan warqiirraa akka hin tolfamin agarsiisuun dirqama ta’a.

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …