Oduu Haaraya

Galmee Seenaa Prof. Mahdii Hamiid Muudee

Mahdii Hamiid Muudee (Abbaa Bariisaa)
Gaazeexaa Bariisaa
Hogbarruu garagaraa
Kitaaba Barnootaa
Kuusa jechoota
English – Oromo (guutuu isaa digitaalaayz tahee jira)

Hujii boonsaa inni dhaloota kanaaf gumaachee dabre mara …dhaloota haaraya kana barsiisuun, galmee seenaa Oromoo keessa galchuun dirqama lammiiti!
Afaan Ingiliizii akkamitti akkka itti dubbifamu fii hiikkaa Afaan Oromoo isaa waliin..A….ZCarraaqqii Prof. Mahdiin sabaa kana barsiisuuf godhe yoomiyyuu taanaan hin dagatamu. Fuulli Rabbii itti haa tolu jechaa Nuus hojii isaa kana bifa ammayyaatiin qindeeyssuun laaybirarii keessa galchinee jirra.
[table id=6 /]

Check Also

‪#‎OromoProtests‬ Ethiopia regimes secret killing Oromo people every evening in Arsi people say killing enough is

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *