Oduu Haaraya

Faaydaa Muuzaa

Muuza
Muuza
  1. Sukkaarri (glucose) qaama keenyaa hanga barbaddamu keessatti haalan akka to’atamu godha.

2. Dhibeewwan Onnee fi sirna dhiigaa waliin walqabatan kanneen akka dhibee onnee, olka’uu dhiibbaa dhiigaa,hir’ina dhiigaa fi kkf ittisu irratti baayyee gargaara

3.Dhukkuboota sirna haargansu keenya miidhaan kanneen akka Utaalloo,Asmii, golfaa fi kan biroof haalaan gargaara

4.Dhukkuboota sirna bullaayinna nyaata kanneen akka,dhukkuba garaachaa ,dafee daakamuu diduu nyaataa,garaa kaasaa, Gogiinsa garaa darbees dhibee Kintaarootii ittisuu irratti gahee guddaa taphata

5.Fayyummaa qaamoota keenyaa kan akka Kalee,ija fa’af hedduu fayyaada.

6.Kaanserii garaagaraaf kanneen akka Kaanserii dhiigaa( leukemia),Mari’imaan guddaa( Colorectal Ca) fa’a nurraa qolata.

7.Jeeqamuu marsaa laguuf akka hin saaxilamne ni gargaara

8.Jabina ykn Cimina lafee keenyaaf ni fayyaada, akkasumas rakkoo gogaa keenyaa kan akka finnisaa, kormamuu nurraa qolata.

9.Dandeettii waa yaadachuu fi si’aa’innaa ni dabala.

10.Annisaa nuf kenna.

11.Ulfaatina qaamaa garmalee fi rakkoo isa waliin walqabatee dhufuuf akka hin saaxilamne nu gargaara.

12.Dhiphina fi yaaddoo hamaaf akka hin saaxilamnes nu gargaara fi kkf fa’a. Kunneen faayidaa baayyee keessaa muraasa wan ta’ef faayidaa kanneen hunda argachuuf Muuzii nyaachuu bartee ha godhanu

Dr.Jemal

Check Also

Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?

tiinii Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?1. Akka qorannoon agarsiisutti, warra dhibee sukkaraa gosa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *