Yaa jiru biyya ormaa citaa mukaa naan mormaa, kuni kan qophaye ya dannoo ilmaan oromoo kan biyya ofii irra ari’amanii biyya nama keysatti rakkataniif yadannoo akka tauuf. Yaa rabbi ummata kenna ciinqaa fi darara jalaa nagaa basii nu bilisoomsi
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …