Harras kunoo afaanum kalessa dhadhaa dibatee ittin Uummata Oromoo gowwomsee abdiddatti naqaa tureen irra iyyuu darbee dirqama Wayyanee irra fudhateen mooraa QBO bakka sagalitti ciree Oromoo wal ficcisisuutti erga hanga tokko milkawee biooda harras dhumaatii biraaf oromoo qopeessuuf Yohannisoota isaa warra gara itti deemanii fi waan deemaniif hin beekne hrkatti qabatee Booledhuma baheen finfinnee seenera Obbo Yohannis lataa
Mee namnni harra Finfinnee dhaa Habashotaaf qommaha jiru kun waan inn kaleessa echaa ture dhageeffadhaa. Seenaan waan baayyee of harkaa qabaa .