Aadaan Oromoo nama boonsa.. | Oromia Shall be Free

Aadaan Oromoo nama boonsa..

Oromoonni #Shaashamannee uffata Aadaa Oromoon mimmidhaaganii ganama ciree irraatti nyaata Aadaa Oromoo peresdantii Eertiraa Obbo Isaayyas Afworkii fi MM Dr. Abiyyiin yeroo affeeran. Aadaan Oromoo nama boonsa. Aadaan eenyummaa, midhaagina. Aadaan Oromoo baroota hedduuf cunqurfamtee wereegamaan sadarkaa kanarra geesse.. Adunyaa hunda aadaa Oromoo barsiisuun itti fuufuu qaba.

 

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Kitaaba kana bakka argitanitti gubaa!