AFAAN FI AADAN OROMOO HAA TUMSINUU..
Oduu Haaraya

AFAAN FI AADAN OROMOO HAA TUMSINUU..

Kitaaba #Afaan #Oromoo kan ijoolle(#Dabballee) guyya hardha magaalota adunyya hunduu gabaa iraa ooluf deema. Maal ree bakka jirtan maratti kitaaba Afaan #Oromo kana bituu dhan ijoolle keessan afaan keessan barsiisa. Sagantaa Afaan Publications irratti hirmaadha isiniin jenna! Shamarree teenyya Toltu Tufa hamileen jajjabeessa!

AFAAN FI AADAN OROMOO HAA TUMSINUU IRRATTII HAA HOJJANNUU IJOOLLE KEENYYAS HAA BARSIIFANNU!!!
#OROMIA

https://www.facebook.com/video.php?v=318991388308366

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

qubee jalqabaa Copia di NXPowerLite

Galmee jechoota Afaan Oromoo

Kaayyoon qophii kanaa Afaan Oromoo gabbisuu, dagaaysuu/dagaagsuu fii guddisuudha. Afaan kana waalteessuudha. Oromiyaan bal’oodha, akkuma …