Hujjaajota Lammiiwwan Biyya Keenyaa Kan Minatti miidhamanii hanga ammaatti eennummaan Isaanii hin beekkamin keessaa, Namoottan suuraa gubbatti argitan kunniin yeroo ammaa kanatti Hospitaala (JISR MINA) jedhamu keessatti yaalama irratti argamu.
Namoottan lubbuun hin jirre kan kutaa Reeffaa Naannawa Minaa Eddoo ( Mu’EYSIM) jedhamitti argamu keessatti argaman, maqaa isaanii guutuu yoo kennitan argachuu ni dandeessu.
Laakkoofsi Bilbilaa Kan Ministeera Fayyaa Biyya Sa’uud Arabiyaa, Odeeffannoo Kophxeesse:
Biyya Alaa Irraa Yoo Bilbiltan: 00966112125552
Sa’uudii Keessaa Yoo bilbiltan immoo: 937
Afaan Isin dhimma Itti bayuu Dandeettan, Afaan 6 yoo tahu, Jahan keessaa: Afaan Arabaa, Afaan Ingiliizii fii Afaan Fayansaayi.
Hanga Ammaatti Qabatamaan bay’inni namoottan Lubbuun Dabranii kan nu dhaqqabe 5 Gayee jira.
Innaa Lillaahi wa Innaa Ileeyhi Raaji’uun!
Check Also
Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …