Oduu Haaraya

“An xuuxxoo Wayyannee luuga/hodhaa hin guddanne”

Hangaasaa IbraahimToophiyaa kheessatti wanni nagayaan baatee nagayaan galtu aduu qofa”

Du’a sodaaf biyyaa hin dheessinu. Biyyaa hin baqadhu, hindheessu, raammoo ummata keenya fixaa jirtu ni saaxilla. Nuti akkuma wayyaaneetti du’aaf if kanninee hojjachaa jirra, warri akka biyyaa baqannu eeydan irraanfadhaa! Miseensa Paaralmaa Toophiyaa Hangaasaa Ibraahim Ahmed.

hangaasaa ibraahim 20221023

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *