Oduu Haaraya

“Bakka namni du’aa jirutti biqiltuu dhaabna akka reeffi gaaddisa qabaatuuf. “

Tuniis baasa!

Kana kan jedhe muummee ministeera Toophiyaa Abiyyi Ahmad!

Mootummaa sagalee ummataatiin Dimokiraasiin dhufe humni kamuu waraqaa fi sirbaan diiguu hin danda’u!! Inni hin milkaa’u!! Inni dandeettii hin qabu!! Waggaa afur qofa qabna jennee hin rafnu!! Yeroo akka qabnu akka hin daganne”

MM Abiyyi Ahimad

Abiyyi Ahmed

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *