Oduu Haaraya

“Dubbiin Hangaasaa Ibraahim darbate bakakkaadha”

Miidiyaaleen Oromoo fii addunyaa dhimma Hangaasaan kalee dubbate waljalaa qabaa akkaan hafarsaa jiru..isaan keessaa: mursaa asjalatti tarifna.

Dubbii Hangaasaan Ibraahim dubbate laalchisee xiinxalaa siyaasaa maalli malli saa? Shabboo Miidiyaaf Gaammee Gallgaloo

Oromia11

Kadiiroo Elomoo: “Hangaasa nama akkaan dubbii dandayu” odoo kitaaba hinlaalle sa’aa dheeraa dubbaachuun isaa akka inni qaroo tahe garsiisa!

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *