Oduu Haaraya

Balaa Wayyaaneen Oromoorratti aaggatte ifirraa eewaluuf

1. Namni Oromoo bakka jirurraa xalayaa balaaleeyfannoo barreesuu.  Gara: Un Human Rights Office, Amnesty International, EU, Human Rights watch. Us foreign Secretary, Us President
2. Jaarmayoonni Oromoo (hawaasa, Civic, siyaasaa, Church, mosque, … mata-mataan xalayaa balaaleeyfannoo / appeal letter barreesysuu. Gara  Un Human Rights Office, Amnesty International, EU, Human Rights watch  Us foreign Secretary, Us President.
3. Jaarmayoonni hawaasoota Oromoo magaalaa jiran hundatti weekend as deemu walgahanii marihachuu, hiriira bahuu.
4. Mediyaan Oromoo hundi haga rakkoon tuni hiikkamtuu awareness babal’isuu qaban.
5. Beeytoonni Oromo articles gara-garaa waa’ee ethnic cleansing / genocide kanarratti katabuu
6. Walliftoonni Oromoo waan kanarratti wallee baasuu
7. Dargaggoon draamaa irratti hojjachuu
8. masgida hundatti du’aaii
9. Mataskaanatti Tsalootii
10. Paltalk irratti kana malee wanni biraa haasawamuu dhabuu

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …